
Waa’ee Kenya
Waajjirrii Abbaa Alangaa Aanaa Guumayi Waajjira Abbaa Alangaa Godina Jimmaa jalattii Bu’ura Labsii Mana Hojii Abbaa Alangaa waligalaa Oromiyaa Hundessuuf Bahee bu’ura godhachuun, Waajjira sadarkaa Aanaattii kan hundaa’ee dha.
Gama kanaan, dirqama seeraa Tajaajila ogummaa abbaa alangummaa iftoominaafi itti gaafatamummaa qabu kennuun Anaan Kenyas Ta’e godinni Jimmaas Godina olantummaan Heeraa fii seeraa ittii mirkanaahee akka ta’uuf, hoojii tajaajila abbaa alangummaa si’ataa ta’e hawaasaaf kennuuf waajjira hundaa’eedha.
Latest News
Qajeelfamoota adda addaa
qajeelfama raawwii qacarrii ,guddinaa fi jijjiirraa hojjattoota mootummaa haaraa lakk.24/2015Downloa…
pdf-Murtile Dhaddacha Ijibbata MMWO Jildi 8ffaa
Waajjirri Abbaa Alangaa Godina Jimmaa Murtiilee barsiisoo Dhaddacha Ijibbaata Mana Murtii Waligala O…
Abbootii Alangaa fi Hojjettoota Waajjira Kenya

Obboo Abdusalam Muhaammad
IttII Gaafatamaa

Obboo Dassaalany Bayyanaa
Abbaa Adeemsaa

obboo tasfaayee likkisaa. Abbaa Alangaa
Designation

Addee Fayyinee Qannaa
Abbaa Alangaa



Good job!